Isaiah 30:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Faraoni jabeenna worraani qarqaaru inqabu, qarqaarsi worri Misiri worra qarqaaru muummeeni isaa badiini buufatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu golgi Fari'oonii salphinna isinitti ta'a; gaaddifni Misirii isaan saalfachiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Gibxi'ii qarqaarsa waan godhattaneef hin fokkifattan; gaaddis Gibxi'iille isin hin qaanessa.