Isaiah 30:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Ashuru qonqo AABBO Waaqa d'ageennaani mudame harka isaatini gaargala argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaan Rabbii Asooriin hin naasisa; uleen isaallee isaan dhaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Mootiin Waan Maraa ulee ifiitiin isaan dhowu, qoonqoon isaa worra Asoorii hin rifachiitti.