Isaiah 30:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma AABBO Waaqi worra d'aanuni, gumiini isaa dibbeefi kiraari d'oofte sirbiti. Waaqumati worra Ashuru suni had'e balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uleen adabbi'ii ka Rabbi isaanitti buusu maruu; ka dibbe'ee fi kiraara sagalee guddaa dhageessisuun marfame; lolaan hunna ufii mudhisee isaan dhaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ulee adabbii ifiitiin yennaa isaan adabu mara, dibbe'ee fi kiraarri guddichi hin dhowaman; inni dhowicha harka ifiitiin isaan hin lola.