Isaiah 30:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duri duri, fulla ibidi guddaani toko hayyu Ashuru iti gubu kurfeesani. Fullaani sunini gadi qile, ammalle ballo, qoraanileeni arti miju. Duuba AABBO Waaqati hafuura isaatini ibida gabaase guba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dur irraa jalqabee hulee itti guban ka Toofeet jedhamu qophaayeera; mootichaallee tolfameera; boolli itti bobeessanillee badha'aa fi gad fago'o; isa keessa ibidda gudda'aa fi qoraantu jira; Hafuurri Rabbii akka bisaan holata'aatitti guba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addeen, «Toofet» jedhantu, ta wo itti gubanu, bara heddu'uun dura qophootteerti; mooticha worra Asooriitiifille qophootteerti; addeen ibiddaa sun qile'e; badhoolle'e; qoraan baca'aa fi ibiddi guddaan achi jira; hafuurri Mootiin Waan Maraa baafatu akka dhakaa bobe'uu, ibidda itti hin qassiisa.