Isaiah 30:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worri Yuda imaaga, waan worri gosa suni, ta hojja worri qarqaarsa fed'u ch'eersite qarqaaru dad'abde, d'ugeefateefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
saalaa fi salphinna malee; gargaarsaa fi waan bu'aa qabu waan isaanii hin argamsiifneef; sababaa namoota waan faayidaa qabu isaanii hin argamsiifneetiif maruu hin salphatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaan sun fokko'oo fi qaanii isaanitti fiddi malee, bu'aa hin qaddu; isaan qarqaaruu waan hin dandeenneef, marti isaanii hin qaanowan» jedhee dubbateera.