Isaiah 30:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini d'aamsa AABBO Waaqi waan bineensa lafa aloo ka bita d'aamate: worri ergani sunini lafa d'ipufi gaargala gudda qabdu keesa deema, ta nyeench'afi bofafi jaweeni aka male oriitu iti galtu. Worri harreefi gaala miha dadansa iti fae, gosa worra qarqaaru indandeenne geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii waan horii Neegeebitti argamuu dubbatame; ergamtoonnii qabeenna isaanii harre'etti; meeshaa isaanii mi'aa gaalatti fe'anii; leencan dhalaanii fi kormaan; lafa bofni summii qabuu fi filliidamaan jiraatu; biyya rakkinnaa fi hucuucca'aa keessa darbanii; gara banii isaan hin fayyannee
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo bineensota biyya Negebii wonni dubbatame asii gad jirti: worri ergame karra ifii harre'etti, meya gatii guddo'oo ka ifiille gaalatti fe'atanee, lafa soda'aa fi rakkinni jiru keessa deemanee, addee neenqi dhala'aa fi kormi, buuti'ii fi dhudhuufaan gugatu jiranu keessa dabaranee, gara kolbaa isaaniif bu'aa hin qannee,