Isaiah 30:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qarqaarsi worri Misiri namaa kennu woma imbahu, tanaafi anini worra Misiri Jawe woma keesa injirre jed'e, maqa iti baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ta gargaarsi isi'iillee gatii hin qabnee gara biyya Misirii deeman; kanaafuu maqaa isi'ii; Ra'aab; ta womaa hin fayyanne jedhee isii waama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gara worra Gibxi'ii ka qarqaarsi isaanii bu'aa hin qannee hin dhaqan. Tanaaf ani worra Gibxi'ii, «Jawwee abbaaya'aa ta cadhittee teettu» jedhee maqaa baase.