Isaiah 30:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan nani jed'e, woraqata fuud'i, aka gumiini tunini jirtu irati t'aafi aka akasiini ch'ubbu worraa tana bara ch'ufa qaabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee deemi; gabatee irratti isaanii barreessi; kitaaba mammaramaa irratti isaanii barreessi; baroota dhufanitti baraa haga bara baraa ragaa ta'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma dhaqiitii fuula isaanii duratti gabatee irratti barreessi; kitaaba maramaa keessalle'etti barreessi. Kunille baroota dhufuuf, haga bara baraa dhugaa baya hin te'a.