Isaiah 31:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama lafa Misiri qarqaarsa kad'achu d'aqu ya bade! Worri fardaafi gaari fardi hirkisufi askarti worraa heddu abdata. Ammo AABBO Waaqa Qulqullo Israeli, inabdatani, yokhaani qarqaarsa inkad'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra gara woyyicha Israa'elii hin laalle; worra Rabbiin irraa gargaarsa hin barbaanne; garuu worri gargaarsaaf gara Misirii gad bu'an; worra faradoo hedatan, worra baay'inna konkolaata'aa; worra jabeenna guddaa fardoo ufiitiin dhaadatan isaan hobbaasi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra Gibxii irraa qarqaarsa dhaggatiisaaf gad bu'u, worra fardo'otti addatu, worra bacinna garreettaa ifii ka fardaan harkifamuu fi abbootii fardo'oo jajjaboo ifiititti addatu, ammoo worra gara Woyyicha Israa'elii hin ilaallee fi worra qarqaarsa Mootii Waan Maraa hin gaafanneef aanne'e!