Isaiah 31:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan tolchu jiru imbeekha, gaargala namati erge, worra ch'ubbu qabuufi worra worra qorqoratule illakisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni garuu ogeessa; badii fida; jecha ufii hin gaabbu; mana worra waan hamaa hojjatanii; worra worra miidhaa hojjatan gargaaranitti ka'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa qaro'o; inni badii isaanitti hin fida; waan jedhe irraa duubatti hin deebi'u; inni worra hantuu huju irratti, worra hantuu huju worra qarqaaru irralle'etti hin ka'a.