Isaiah 31:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Misiri namuma, Waaqaniti; fardi worraleeni farduma, waan gubbaa gabueeniti. Hojja AABBO Waaqi wo tolchu, gochiti jabduuni irre d'abde gochiti laaftuni worri qarqaareleni badi. Worri lachu wolumaani d'umata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Misirii namoota malee Waaqaa miti; faradoon isaanii foon uffataniiran malee hafuura miti; yoo Rabbi harka badhisu; ka gargaarsa kennu hin gufata; ka gargaaramullee hin kufa; lachuu wolumaan badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Gibxi'ii namoota malee Waaqaa moti; fardoon isaaniille hori'ii malee Ayyaanaa moti. Yennaa Mootiin Waan Maraa harka ifii diriirsu, worri isaan qarqaaru hin gufata; worri qarqaaramulle hin jiga; lamaanuu wolumaan hin badan.