Isaiah 31:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan naani jed'e, Ato tissituuni haga feetu lalabde iyyitele, dandeete nyeench'a waan nyaate ira tau iraa inkaaftu. Akasuma wonti dandae ana, AABBO Waaqa gudda, ka d'ufe gaara Sioni nyaapa iraa d'owu d'owa injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana naan jedheera; «leenci yookaan leenci darmiin; waan cabse qabee yoo bookkisu; tisseen hedduu wol waamanii hennaa itti dhufan; akkuma iyyi isaanii isa hin sodaachifne; akkuma laagaa isaaniitiin hin raafamne; Rabbi Gooftaan banii maraa; gaara Tsiyoonii gubbaa isi'ii irratti akkasuma lolaaf gad bu'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, anaan, «Neenqi yookiin neenqi dardarri waan qabate irratti yennaa dhangaa dhowu, iyya tissitoota isa ari'iisaaf wolitti qabamane akkuma hin sodaanne, hogaa isaaniitiif akkuma hin rifanne, akkasuma Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade gaara Xiyooniitii fi kooba isi'ii irratti loliisaaf gad hin dhufa.