Isaiah 31:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Ashuru woraanani balleesani, ammo taatule harka namaatiini imballeesani. Worri woraana duraa baqate, kaima worrale tisse tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Asoor guraadee ka namaa hin taaneen kufa; guraadee foon uffata'aa hin taanetu isaan nyaata. Guraadee jalaa dheessa; ka'imman hunnaan hujii hojjatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba worri Asoorii shallaaga'aan hin dhumatan; shallaagaan sun ka namaatii moti; shallaagaa namaa ka hin te'iniin isaan hin badan; shallaagaa san jalaa hin baqatan; dargaggooti isaanii hunnaan namaaf hin hujan.