Isaiah 31:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni worraa mudamsuuni baqata, ammalle jari askarti isaa gugurdaleeni lubbu ufii sodaate baandera ufi biraa baqate. Dubbi tana AABBO Waaqati jed'e, ka Yerusalemu keesati guddisani, achiti sorio gubani baasanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maandheen jabaan sababaa raafamaatiif kufa; masakkoonni malkata lolaa yoo argan; naasu'uun liqimfaman» jedha Rabbiin ibiddi isaa Tsiyoonii fi girgiraan isaallee Yerusaalemiin ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltooti jajjabi isaanii sodaa guddo'oon hin jigan; ajajjooti loltoota isaanii, baandiraa yennaa dhaggane hin bararaqan» jedha, Mootiin Waan Maraa, ka ibiddi isaa Xiyoon keessa, addeen ibidda isaa Yerusaalem keessa jirtu.