Isaiah 32:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani qara machi keesa, ka woma iyyane, teetani, ammo ammatana mudama, holad'a! Woya baafad'a, ch'arqi hid'aanati marad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin dubartoonni uf jaju'uun bokottan; holladhaa'a; isin ijoolleen intalaa ta qanani'iin jiraattan; soda'aan taf taf jedhaa'a; uffata keessan baafadhaa'a; mudhii keessan uffata gaddaatiin hidhadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin dubartooti qananumma'aan leetanu, holladha'a; isin dubartooti bidhaa tokko malee leetanu romma'a. Woyaa teessan baafadha'aatii, woyaa gaddaa hidha keessanitti hidhadha'a.