Isaiah 32:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ta badde mukha qoraatitiifi mogoreeni iti baate, boha. Maneeni nami keesati gammadeefi dira keesati nami machi argate boha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan lafa banii kiyyaatiif; waan lafa qore'ee fi qummuudduun itti marguutiif; waan manniin itti baldamu maraaf; waan qachattii subulluqaa tanaatiif booyaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fichaa kolbaa tiyyaa ka qore'ee fi qumi'uuduu baaseef, manoota namooti keessatti gammadane maraaf, qachaa caaqaan guutame kanaaf bowa'a.