Isaiah 32:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mani hayyuleeni bade diri guddaleeni ona taha. Worraafi maneeni jajabduni dira worraatini qorqoratanileeni badde haga jirtu danqara taati. Harreeni diida achiti galte, hooliyeleni achi tikhati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maandheen dawoo isi'ii ona ta'a; qachaan wocaa haxum jedha; maandheenii fi goom'een rarraasa'aa goda baraa haga bara baraa; ka harreen diidaa itti subulluxxu; ka horiin itti bobba'u ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Manni mootumma'aa hin ona; qachaan hogaan keessa guutelle duwwaa hin te'a; koobii fi xelleephoon irra tee'anee eeganu haga bara baraa lafa duwwaa harreen diidaa keessa burraaxxuu fi horiin keessa dheedu hin teeti.