Isaiah 32:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan nami ch'ufti d'uga gula deemuufi, lafti nagayafi finna dansa argatte, wonti ch'ufti tolti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daraaraan balchumma'aa nagaya; bu'aan balchumma'aallee cadheensaa fi baraa haga bara baraa abdachu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hujiin balchumma'aa nageya fiddi; bu'aan balchumma'aalle sarmiisaa fi bidhaa malee le'iisa.