Isaiah 32:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini tiyya nagayaani teete, sodaani lafa keesaa badde, finni dansaani d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Rabbii mana jireennaa ka nagayaa keessa; mana amansiisaa keessa; hulee cadheensaa keessa hara baafatee jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tiyya addee nageyaa, mana bidhaan hin jirree fi addee itti sarmanu keessa hin leeti.