Isaiah 32:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Deebiani daalleleeni, nama d'uga injed'ani, yokhaani ch'ubbichaleeni, qajeela injed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammaa achi ka amshaaggu bilcho'o hin jedhamu; ka adaba hin qabne hin kabajjamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haganaa achi nami gowwaan nama kabajamaa hin jedhamu yookiin nami yabaabulaan ulfinna hin dhaggatu.