Isaiah 32:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daalleeni ch'ubbiti, waan hamtu ch'alla tolchiti; isiini aka hiyyeesa sobde balleesite, d'uga sila worraa malte d'owitu, malatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Malli adaba dhabeessaa hama'a; yoo iyyannaan rakkata'aa sirrii ta'e; hiyyeessa sobaan balleessu'uuf; dhara dhudhuma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Malli nama yabaabula'aa hammeenna; nami hiyyeessi waan haqa te'e yoo dubbatelle, nami hamaan dubbii sobaatiin, worra hiyyeeyyii balleessiisaaf, mala hamaa dhowa.