Isaiah 32:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami d'uga waan d'uga tolche waan qajeeluma gula deema.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bilchoo garuu yaanni isaallee bilcho'o; karoora ufii bilchinnaan raawwata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami ulfinnaa ammoo karoora ulfinnaa baasa; hujii ulfinnaatiin jabaatee le'a.