Isaiah 32:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani nad'eeni machi keesa teetu, ta woma iyyane, waan anini jed'u kana ch'aqasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin dubartoota uf jaju'uun bokottan; ka'aa'a; laagaa kiyya dhagayaa'a; isin ijoollee intalaa ta qananiitanii jiraattan; waan ani isinitti himu caqasaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee isin dubartoota qananumma'aan leetanu, ka'a'aatii, na caqasa'a. Isin ijoolleen durraa ta bidhaa tokko malee leetanu, waan ani jedhu dhage'a'a.