Isaiah 33:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapa keenna ya badiini qabate! Worri yayu wo saame nama balleese, ka nami tokoleeni worra saame imballeesini. Ammo hojaani worri wo saame nama balleesu indabarti, namileeni waan worraa saame worra balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati baniin Sooriya'aa ka uduu hin banne balleessitu; ati ka balleessitu si hobbaas! ati ka uduu hin ganamne gantu ati gantichi si hobbaas! hennaa balleessuu dhiifte badda; hennaa ganuu dhiifte ganamta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ifii adoo hin badin ka nama dhibii balleessitu si'iif aanne'e! Ati adoo nami dabarsee si hin kennin, ka nama dabarsitee kennitu, si'iif aanne'e! Ati nama balleessiisa yennaa lakkittu hin badda; nama dabarsitee kenniisa yennaa lakkittu, nami dabarsee si hin kenna.