Isaiah 33:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan gosa ch'ufaani jed'u, Anini amma kae wo hojad'e irre tiyya garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Amma hin ka'a; amma ol ol ka'a; amma hin kabajjama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ani amma hin ka'a; ani amma ulfinna hin dhaggadha; ani amma ol hin aana.