Isaiah 33:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani aka haama gubani taatani, qoraati gubate daara taate fakaatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin akka dhagaa nooraa baasuutitti gubatan; akka qoree saato'ootitti ibiddaan gubatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan akka dhakaa boore'ee hin gubatti; akka haxanxarii qore'ee ta cirantee ibiddatti hin naqanti.