Isaiah 33:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama d'uga tolche qajeela dubbatu, ka hiyyeesa indabsine, ka harka isaatini gumbo imfud'anne, ka gurra isaatini waan ijeecha d'agayu, didu, ka ila isaatini waan hamtu ilaalu didu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka balchumma'aan jiraatu; ka waan qajeelaa dubbatu; ka bu'aa sobaan argamu tuffatu; ka gabbarsuu fudhachuu irraa harka deebifatu; ka marii ajjeecha'aa dhagayuu didda'aaf gurra qabatu ka hammeenna laaluu didda'aaf ija dunuunfatu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama balchumma'aan ideemu, nama waan sirrii te'e dubbatu, nama bu'aa karaa dabaatiin dhuttu jibbu, nama safuu fudhatiisa irraa harka ifii eegatu, nama mala nama ijjeesiisaa hin dhageenne, nama ilti isaa waan hantuu hin ilaalle,