Isaiah 33:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti isani duri sodaatani, nami damoosa nuraa guuru me? Nami doofi gubba eje nama eegu me? Jettani imbaddi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rakkinna duraa qaabata'aa; «bulchaan ijoon sun eessa jira? ka gibira guuru eessa dhaqe? itti gaafatamaan siree worra waa eeguu meeti?» jettanii gaafattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sodaa guddoo teeti ta durii qaabataa, «Ajajaan loltootaa eessa jira? Ka gibira guuru eessa jira? Itti gaafatamaan xelleephoo eeddotaa eessa jira?» hin jetta.