Isaiah 33:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, nuu nahi, abdiini teenna siuma. Harka keetiini guyya ch'ufa nu qorqorad'i hojja gaargali nuti d'ufu nu baasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi nuu araarami; waan si abdanneerruuf; ganama maraa jajjabeenna; hennaa hucuucamaa fayyinna nuu ta'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, nuuti addii si godhannaa, nuu marari. Ganama ganama jabeenna, yennaa rakko'oolle qarqaarsa nuuf te'i.