Isaiah 33:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddinna ufi nu garsiisa, nu galaanafi laga balla d'aatu qubanne, ammo hobolooni nyaapaa bisaani suni ira indeemtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi achitti hunna nuu ta'a; laggiinii fi fincaayaa yaballi keessa lufuu hin dandeenne; ka yaballan gugurdaanillee hin ceene nuu ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa achitti arnya nu'uuf hin te'a; inni akka lagoota babadha'aatii fi akka madda gugurda'aa ka hobolooti diinaa achi irra hin dabarree fi ka hobolooti gugurdoolle achi irra hin ideenne nu'uuf hin te'a.