Isaiah 33:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haadi hobolo suni woma keesa injiru, woya isiini deemsisani dandaani imbalisani! Nu hori nyaapa keenna boojine, horiini sunini lafa ira dabre qoodi isaa naafale ch'ufa gaha. AABBO Waaqati hayyu keenna tahe nu fide nu qorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi abbaa murti'ii keenna; Rabbi ka seera nuu kennu; Rabbi mootii keenna; ka nu fayyisullee isa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa abbaa mura'aa keenna; Mootiin Waan Maraa seera nu'uuf kenna; Mootiin Waan Maraa mootii keenna; ka nu fayyiselle isa.