Isaiah 33:23 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haanni kee ka duudhattuun furateera; utubaanillee jabaatee hin dhaabanne; sharaan isi'iillee hin badhifamne; hennaa san boojuu gudda'atu qoodama; hokkolaanuu uduu hin hafne boojuu fudhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan teessan akka hoboloo wodaroon irraa lufee, ka utubaan isi'ii jabaatee hin dhaabbatinii, ka sharaan isi'iille hin dhifaminii ti. Achiin duuba boojuun bacaan hin qoqoodanti; naafille waan booji'ame san hin saama.