Isaiah 33:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle nami lafa teenna keesa tau deebie fayya d'aba inhimatu, ch'ubbu worrale ch'ufa inaraaramanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka Tsiyooniin keessa taa'ee «Ani dhibameera» jedhu hin jiru; cubbuun namoota achi jiraniillee hin dhiifama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra Xiyoon keessa le'u, yakkaa isaaniitiif araarri waan kennamuuf, isaan keessaa nami tokkolle, «Ani dhibame» hin jedhu.