Isaiah 33:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guddinni Waaqaa hagami gaa! Inni waan ch'ufa imohata. Inni d'ugaafi qajeelumaani Yerusalemu guute, nama
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi maraayyuu ol; sami'itti kabajjamee jiraata; Tsiyooniin balchumma'aa fi haqaan guuta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa waan mara caala; inni addee ulfinnaa ol-aantuu le'a; inni qachaa Xiyoonii haqaa fi balchumma'aan hin guuta.