Isaiah 33:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
isii jabeese qorqorata. Inni guyya ch'ufa gumi ufi baase, beekhumafi qarooma kennaafi. Wonti guddo worraa wo baha soda worri AABBO Waaqa sodaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hundee amansiisaa bara keetii; galmee ogumma'aa, ka beekkumsaatii fi ka fayyumma'aa sii ta'a; Rabbiin sodaachuun qabeenna isaanii ka maraa caalu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kolbaa ifiitiif hundee fayyinnaa, qarumma'aatii fi beekkumsaa hin te'a; Mootii Waan Maraa sodaatiisille karra karra mara caalte.