Isaiah 34:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa ch'ufa koota, asi wolti baha, ch'aqasa. Lafa ch'ufafi nami keesa jiru ch'ufti ha arma d'ufe wo d'agayu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin baniinillee kootta'aa dhagayaa'a; isin namoonni hubadhaa'a; Ardiinii fi wonti isii keessa jiru maruu; adunyaanii fi wonti isii irratti biqilu maruu haa dhagayuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee isin gosa biyya adda addaa, as dhikaadha'aatii caqasa'a. Ee kolba'a hubadha'a. Lattii fi wonni isii irra jiru marti, biyyi lafaatii fi wonni isii keessatti dhaggamu marti dhage'anuu ti.