Isaiah 34:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini halkani guyya ind'aamtu, aarileeni haga jiru jireenna keesaa yaa, bara ch'ufa lafti badde akanumati ona taate, deebie miili namaa keesa inejatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ibiddi isi'ii halkanii fi guyyaa hin badu; aarri isi'ii baraa haga bara baraa ol ka'a; dhalootaa haga dhalootaatitti ona taati; eennullee lammata achiin hin lufu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ibiddi achi keessaa halkanii fi guyyaa hin dhaamu; aarrille haga bara baraa ol hin ka'a. Latti sun dhalootaa haga dhalootaatitti hin onti; nami tokkolle deebi'ee haga bara baraa achi keessa hin dabaru.