Isaiah 34:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa keesa hayyu d'abani, jari gugurdaani isa jala hojatuleeni ch'ufti bada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abboota murti'ii ka isi'ii waan mootumma'a jedhamanii isaan waamsisu hin qaban; bulchoonni isi'ii maruu haxaayamanii badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami waamanee mootii godhanu, qondaaltota isaanii keessa hin jiru; sooreyyiin isaanii marti ijjumaa hin badan.