Isaiah 34:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kitaaba AABBO Waaqa ka waan bineensa keesati t'aafani barbaada sooma. Bineensa kana tokole keesa ind'abdani, inni ch'ufti d'alaafi korma qaba. Nami bineensa kana wolti baase AABBO Waaqa, isumati wolti yaame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kitaaba Rabbii keessatti akkana jedhu; laalaa'a; dubbisaa'a; kanniin keessaa tokkollee hin dhidhatu; maruu tishoo ufii hin dhabdu; ajanyi kun afaan isaatii bayeera; waan Hafuurri isaa wolitti isaan qabuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kitaaba Mootii Waan Maraa keessa barbaada'aatii dubbisa'a. Waan kana keessaa ka hafu tokkolle hin jiru; achi keessaa dhala'aa fi korma ka dhabu hin jiru. Mootiin Waan Maraa afaan ifiitiin tana waan ajajeef, ayyaanni isaa wolitti isaan qaba.