Isaiah 34:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami lafa suni bineensa ch'ufaa gargari qoode kennuufi AABBO Waaqa. Bineensi sunini bara ch'ufa achiti gala lafti sunini haga jiru jireenna ta worraa taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gayee isaanii isaanii ramada; harki isaa bikkee isaanii qooda; baraa haga bara baraa ta isaanii taati; dhaloonni isaanii maruu isii keessa jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isaaniif hixaa buuseera; harka ifiitiin safaree lafa isaaniif qoodeera; isaan haga bara baraa lafa san hin dhaalan; isaan dhalootaa haga dhalootaatitti achi hin le'an.