Isaiah 34:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi yayu gosa ch'ufafi duula worraleeti dallane baddi iti mure.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi banii maraanuu loleera; lolli isaa duultota isaanii maraa irratti; sirima isaan balleessa; qalmaaf dabarsee isaan kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa gosa biyya adda addaa irratti aareera; inni loltoota isaanii mara irratti guddoo aareera; ijjumaa isaan hin balleessa; worra isaan ijjeesulle'etti dabarsee isaan hin kenna.