Isaiah 34:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aduufi jiaafi urjileeni bulloofte awaara taati. Gubbaani aka woraqata wolti dachaasani wolti deebite baddi. Urjileeni akuma obeensa zabibutifi yokhaani ka oda jidde baddi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Urjiiwwan sami'ii maruu hin baqan; samiin akka kitaaba marama'aatitti mammarama; duultonni urjiiwwanii maruu akka baala woyini'ii ka quuree harca'ee; akka baala muka hurbu'uu ka gogee harca'ee ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Urjooti ol-gubba'aa marti hin baxxi; gubbaan akka kitaaba marama'aa hin maranti; urjooti marti akka baala muka woyni'iitii fi akka baala muka harru'uu, qooranee hin harca'an.