Isaiah 35:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Waaqi baase sunini sirbe gammade Yerusalemuti gala. Worri haga jiru jireenna gammada, laalefachaafi booti worra biraa baqatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Rabbi fure hin deebi'an; faarfata'aa gara Tsiyoonii seenan; gammachuu bara baraa akka gulloo ulfinnaatitti uffatan; usheexxa'aa fi qananii argatan; gaddaa fi mararoon achii dheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Mootiin Waan Maraa wode hin deebi'an; faarfataa gara Xiyoonii hin galan. Kallacha gammada bara baraa mata'atti hin keyatan; isaan gammadaa fi qananummaa hin dhaggatan; gaddaa fi aadiis isaan irraa hin fagaata.