Isaiah 35:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lafti gamooji gammade iyyite sirbiti; isiini aka gaareeni Lebanoni mid'aade, aka oobru lafa karmelitifi Sharoni sagale baafti. Nami ch'ufti mid'aagumafi guddinnaafi jabeenna AABBO Waaqa arga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faaru'uu fi gammachu'uun usheexxa; ulfinni Libaanosii hin kennamaaf; gaachena Qarmeloosiitii fi ka Saaroonii uffata; gaachena guddaa Waaqa keennaa; ulfinna Rabbii argan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goomoleen daraaraa hedduu daraartee, guddoo firinxiixxee, hin ilillitti; ulfinni gaara Libaanonii, arnyi gaara Qarmelosiitii fi dhooqa Shaaronii isi'iif hin kennama. Nami marti ulfinna Mootii Waan Maraatii fi arnya Waaqa keennaa hin dhagga.