Isaiah 35:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harka dad'abbi qabuufi miila lalaafe hollatu jabeesa, nama garaa lafeeni waan jettani, garaa jabaad'a, insodaatina,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harka dadhabe jabeessaa'a; jilba harellee jabeessaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harka dadhabe jabeessa'a; jilba lelleqelle jabeessa'a.