Isaiah 35:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi ya isani baasu d'ufe, aka nyaapa keesani balleesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra garaa sodaatu qabaniin akkana jedhaa'a; «Jabaadhaa'a; hin sodaatinaa'a; Waandhi keessan hin dhufaa; Inni haluu bayuu qabatee; isin fayyisu'uuf dhufa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra gadhaan isaanii soda'aan qabameen, «Jabaadha'a; hin sodaatina'a! Kunoo, Waaqi keessan diinota keessan haluu bayiisaaf, yakkaa isaan isin irratti hujaneef gatii isaan kaffalchiisiisaaf, isin ammoo fayyisiisaaf hin dhufa» jedha'a.