Isaiah 35:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Naafi aka hiddii buraaqe, dudaani woma indubbanneleeni gammadaani sirba. Bisaani madda lafa gamooji keesaa yaani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka hokkolu akka kuruphe'eetitti utaala; arrabni duuda'aa gammachu'uun faarfata. bisaan gammoojjii keessaa baya; burqaawwan lafa onaatii burqan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Naafi akka gadansaa hin utaala; worri afaan duuda'aa, hin ilillisa. Gammoojjii keessaa bisaan, goomolee keessaa maddi hin burqa;