Isaiah 35:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyeench'i tokoleeni achi injiru, bineensi hamaleeni kara suni gula indeemu, nama AABBO Waaqi baase ch'allati kara suni gula yaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Leenci keessa hin jiraatu; bineensi nama butu achi irra hin bayu; kunniin hulee sanitti hin argaman; worra fayyan calla'atu achiin deema.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Neenqi achi hin jiraatu; bineensi hamaan achi irra hin ideemu. Worra wodame qofattuu achi irra ideema.