Isaiah 36:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini waan anini qarqaarsa AABBO Waaqa male lafa teesani had'e balleese seeta? AABBO Waaqati, Beeni, lafa suni had'i balleesi naani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani amma dhugamaan ajaja Rabbii malee biyya kana balleessu'uuf bayee? Rabbi biyya tana dhaqii balleessi naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani biyya tana fedha Mootii Waan Maraatiin ala lolee balleessiisaaf dhufe seetaa? Mootii Waan Maraatittuu, ‹Biyya tanatti duuliitii balleessi› anaan jedhe» jedhe.