Isaiah 36:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, isani waan hayyichi Ashuru isanifi hayyu keesani ch'alla qonqo tana iti erge seetani? Hiyo akasiniti, anini gumi arma teteetu tana, ta eegi tana finch'aanifi udaani ufi akuma keesani sooratuti dubbachuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan worra biyya Asoorii «Mootiin biyya Asoorii gooftaan kiyya, waan kana maraa isinii fi mootii keessan calla'atti akka dubbadhu waan na erge seetanii? sirimaa akkasii miti, banii akkuma keessan udaan ufii nyaatanii fi fincaan ufii dhuganitti laagaa kiyya ol qabadhee baniin dallaya irra jiran maruu akka dhagayaniif dubbadha» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, «Goottaan kiyya dubbii tana goottaa keessanii fi isin qofatti akka dubbadhuuf na erge isinitti fakkaataa? Namoota dalleya dhaka'aa irra jiranu worra akkuma keessan udaan ifii nyaatu'uuf jiruu fi fincaan ifii unu'uuf jiruuf akka dubbadhuuf na ergee motii ree?» jedhe.